Tootanhaam Hotispar leenjisaa isaa gaggeessuuf murteessuun Dhagaahame

You are currently viewing Tootanhaam Hotispar leenjisaa isaa gaggeessuuf murteessuun Dhagaahame

AMN PLUS Caamsaa 24/2017

Piriimiyeer Liigiin Ingilaand bara dorgommii xumurame kanatti qabxii gadi aanaa galmeesseen kilaboota gara Shaampiyoonshiippitti gadi bu’an sadan qofa caaluun sadarkaa 17ffaan kan xumuran Tootanhaam Hotispar leenjisaa isaa gaggeessuuf murteessuun gabaafame.

Waggoota 17 booda Tootanhaamiin Shaampiyoonaa Liigii Awurooppaa kan taasisaniifi hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa bara dhufuu kan gonfachiisan Anjee Poostekoogluu gaggeessuuf akka murteessan ‘Football Insider’ gabaaseera.

Ibsaa Xurunaatiin

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply