Waliigalteen Ankaaraa, walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsuudha- Pirezidaant Taayyee

AMN- Mudde 3/ 2017

Waliigalteen Itoophiyaa fi Somaaliyaa gidduutti Ankaaraatti taasifame walta’iinsa naannawaa cimsuuf kan tumsudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.

Pireezidaanti Taayyeen gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, waliigaltichi Itiyoophiyaa fi Somaaliyaan dhimmoota naannawaa fi biroorratti walta’iinsaan hojjechuuf kan tumsu ta’uu akeekaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply