Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’a Finfinneetti eegalama

You are currently viewing Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’a Finfinneetti eegalama

AMN PLUS- Guraandhala 8, 2017

Yaa’iin 38ffaa Hoggantoota Gamtaa Afrikaa har’aa fi Boru Magaalaa Finfinneetti gaggeeffama.

Yaa’icharratti hirmaachuuf Dureewwan biyyoota Afrikaa garaagaraa, Barreessaa Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutarez dabalatee Hoggantoonni Olaanoo Dhaabbilee Idil Addunyaa garaagaraa Magaalaa Finfinnee dhufaniiru.

Yaa’ichaan Ajandaalee Ardichaa garaagaraatti mari’achuun murtoowwan ni darbuun eegama.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply