Zeleniskiin Putiin waliin marii eegaluuf qophii ta’uu himan

You are currently viewing Zeleniskiin Putiin waliin marii eegaluuf qophii ta’uu himan

AMN PLUS- Guraandhala 5, 2017

Pireezidaantiin US Doonaald Traamp mariin dhukaasa dhaabuu akka eegalamu Vilaadmiir Putiin waliin waliigalteerra gahuu ifoomsuu hordofee, Pirezidaantiin Yuukreen Vilooyidmiir Zeleniskiinis marii eegaluuf qophii ta’uu ifoomsan.

Zeleniskiin ibsa kennaniin “Raashiyaa waliin nageenya waaressuuf an qophiidha” jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply