Israa’elii fi Haamaas walii galtee dhukaasa dhaabuu irra gahan

You are currently viewing Israa’elii fi Haamaas walii galtee dhukaasa dhaabuu irra gahan

AMN – Amajjii 8 /2017

Israa’elii fi Haamaas Gaazaatti waraana waggaa tokkoo ol ture xumuruu fi Lammiilee booji’amanis gadi lakkisuuf waliigaltee irra gahuu isaanii Pireezidaantiin Ameerikaa Joo Baayidanii fi Ministirri Muummmee Qaataar Mohaammad bin Abdulraahman bin Jaassiim Al Taani guyyaa kaleessa ibsaniiru.

Qaamonni lamaan waliigaltee irra kan gahan erga Ameerikaa, Qaataarii fi Ijipti gidduu galaniin turban tokkoof mari’achiisanii booda akka ta’e BBCn gabaaseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply