Injifattoonni badhaasa miidiyaa IGAD Hidha Haaromsaa daawwatan

You are currently viewing Injifattoonni badhaasa miidiyaa IGAD Hidha Haaromsaa daawwatan

AMN PLUS- Sadaasa 22/2018

Gaazexeessitoonni Badhaasa Miidiyaa IGAD ijifatanii fi hirmaattonni waltajjichaa Hidha Haaromsaa daawwataniiru.

Daawwannicha irratti Deetaan Ministeera Haaja Alaa Ambaasaaddar Hayidar Abarraa fi Barreessaa Itti Aanaan IGAD Abdii Waaree hirmaachuu Odeeffannoon Ministeerri Haaja Alaa AMN Dijitaaliif erge ni agarsiisa.

Gaazexeessitoonni badhaafaman kunneen “Hidhi Haaromsaa Itoophiyaarra darbee biyyoota naannawa Baha Afriikaaf eebba” jedhan.

Uummanni Itoophiyaa tokkummaan ka’ee Pirojektii Guddicha dhugoomsuunsaa Afriikaanota maraaf fakkeenya guddaa ta’uus himaniiru.

#Ethiopia#GERD#igadmediaaward

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply