Badhaasni Odaa 9ffaa adeemsifamaa jira

You are currently viewing Badhaasni Odaa 9ffaa adeemsifamaa jira

AMN PLUS- Sadaasa 30/2018

Badhaasni Odaa 9ffaa Dhaabbata Maltii Miidiyaa Bashaatuu Tolamaariyaamiin qophaa’u adeemsifamaa jira.

Badhaasa baranaa irratti Artiist Bizunesh Baqqalaan Badhaafamtuu Umrii guutuu jedhamteetti.

Badhaasicha irratti Artiistonni biyyoota Afriikaa 12rraa hirmaataa jiru.

Jiinenus Waaqootu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply