Ga’umsa turizimii caalmaatti guddisuuf hojjatamaa jira- Aadde Salamaawwit Kaasaa

You are currently viewing Ga’umsa turizimii caalmaatti guddisuuf hojjatamaa jira- Aadde Salamaawwit Kaasaa

AMN PLUS- Mudde 4/2018

Marii Uummataa magaalaa Adaamaatti taa’ame irratti kan argaman Ministirri Turizimii Aadde Salamaawwit, hojii misoomaa magaalaa Adaamaatti hojjatamaa jiruun magaalittiin kan durii caalaa giddu-gala turizimiifi Konfireensii taateetti jedhan.

Dabalataanis hawwattummaa magaalaa jalqabame misoomaan utubuun, jiddu gala dargaggootaa babal’isuu, tajaajila geejjibaa si’eessuu, turizimii hoteelotaa tumsuu, magariisummaafi iddoowwan aara-galfii dabaluun, daandiwwan lafoofi Biskileettii kanneen eegalaman malee kan biroo babal’isuun murteessaa ta’uu eeran.

Hojiiwwan misoomaa kana hawaasni kunuunsuun carraa argame kana gara diingdeefi tajaajila hawaasaatti fiduun barbaachisaa ta’uus dhaaman.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply