Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan

You are currently viewing Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan

AMN PLUS- Mudde 10/2018

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Mohaammud waliin mari’achuu isaanii ibsan.

Ministirri Muummee Dooktar Abiyyi ergaa miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti qoodaniin, hariiroo waloo biyyoota lamaanii itti fufsiisuu ilaalchisee marii milkaa’aa ta’e taasisuu eeraniiru.

Pirezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheeh Mohaammud waliin marii taasisaniin, dhimmoota waloo dursa barbaadan irratti waliin hojjachuu irra darbee hariiroo jabaa, tasgabbii naannawaafi misoomaaf murannoo qaban daran kan itti cimsan ta’uu Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply