MM Abiyyi Ahimad (PhD) DuraTaa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin mari’atan

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad (PhD) DuraTaa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin mari’atan

‎AMN PLUS – Guraandhala 07/2018

‎Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin mari’achuu ibsan.

‎Dooktar Abiyyi Miidiyaa Hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti “Dura Taa’aa Mana Maree Pirezidaantummaa Liibiyaa Mohaammad Al-Maanfii waliin Misooma naannawichaa fi hariiroo biyyoota lamaanii irratti mari’anneerra” jedhaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply