Qaamolee Misooma Koridaariirraan miidhaa dhaqabsiisan birri miliyoona 100 ol adabaman
AMN- Mudde 03/2017 Humni waloo Eegumsa bu'uuraalee Misooma Kooriidarii Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji'oottan shanan darbanii gamaaggamaa jira. Abbaan Taayitaa kabachiisa Dambii, Ejensiin Bulchiinsa Qulqullinaa, Manaajimentiin Tiraafikaaa, Abbaan Taayitaa Bulchiinsa…