Ayyaanonni Magaalaa Finfinneetti kabajaman biyyattii beeksisuu bira darbee faayidaa dinagdee guddaa qabu – Biiroo Aadaa, Og-Aartii fi Tuurizimii Magaalaa Finfinnee
AMN - Amajjii 6/2017 Ayyaanonni Addababayii Magaalaa Finfinneetti kabajaman damee tuurizimii fi biyya beeksisuu qofa osoo hin taane, faayidaa diinagdee olaanaa kan qaban ta’uu Biiroon Aadaa, Og-Aartii fi Tuurizimii Finfinnee…