Dooktar Abiyi Ahimad Daayrektara Waliigalaa FAO waliin mari’atan
AMN PLUS- Guraandhala 7, 2017 Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Daayrektara Waliigalaa Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Mootummoota Gamtoomanii Ku Dongiyu waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiyi gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin “Ku…