Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barnootaa Qaro Dhabeeyyii 4 ijaarsisuuf waliigaltee deeggarsaa mallatteessan

You are currently viewing Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barnootaa Qaro Dhabeeyyii 4 ijaarsisuuf waliigaltee deeggarsaa mallatteessan

AMN PLUS Guraandhala 7, 2017

Waajjirri Giiftii Duree Mana Barnootaa Qaroo Dhabeeyyii 4 ijaaruuf waliigaltee deeggarsaa malleesseera.

Waliigaltichis Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo fi bakka bu’aa Faawundeeshinii Kaliifaa Biin Zayiid Al Nahaayaan gidduutti mallateeffameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply