Zeleniskiin yoo Mooskoo dhufan mari’achuu ni dandeenya – Pireezidaanti Puutin

‎AMN PLUS - Hagayya 28/2017 ‎Pireezidaantiin Raashiyaa Puutiin gita isaanii Zeleniskiin Mooskoo dhufuudhaaf fedhii yoo qabaatan mariidhaaf qophaa'aa ta'uu isaanii beeksisan. ‎Puutin, Chaayinaa Beejingitti argamuun guyyaa bilisummaa Chaayinaa waggaa 80ffaa…

Continue ReadingZeleniskiin yoo Mooskoo dhufan mari’achuu ni dandeenya – Pireezidaanti Puutin

Tokkummaan yoo dhaabbanne sagalee Afrikaa dhageessisuu ni dandeenya- Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa

‎AMN PLUS -Hagayya 28/2017 Tokkummaan yoo dhaabbatan jijjiirama qilleensaa Afrikaaf deebii haqa qabeessa argamsiisuu fi sagalee dhuunfaan dhageessisuu akka danda’amu Dura Taa'aan komishiinii Gamtaa Afiriikaa Maahmuud Alii Yuusuf ibsaniiru. ‎Yaa'ii…

Continue ReadingTokkummaan yoo dhaabbanne sagalee Afrikaa dhageessisuu ni dandeenya- Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa

Ingilaandi godaansa seeraan alaa hambisuuf lammiileen hundi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa dirqama taasisuuf jirti

‎AMN PLUS- Hagayya 28/2017 ‎Ingilaandi godaansa seeraan alaa hambisuuf lammiileen hundi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa fudhachuu akka qaban Minisitirri Muummee biyyatti Sir Keeyir Staarmer himan. ‎Dubbi himaan Muummee Ministiraa biyyattii…

Continue ReadingIngilaandi godaansa seeraan alaa hambisuuf lammiileen hundi waraqaa eenyummaa dijitaalaa biyyaalessaa dirqama taasisuuf jirti

Olaantummaa seeraa mirkaneessuun barbaachisaadha- Waldaa Abbootii Alangaa Oromiyaa

‎AMN PLUS- Hagayya 28/2017 ‎Dagaagina sirna haqaafi dimookiraasii cimsuufi olaantummaa seeraa mirkaneessuuf hojjetaa akka jiru Waldaan Abbootii Alangaa Oromiyaa beeksise. ‎Waldaan Kun dagaagina sirna haqaafi dimookiraasii cimsuu, mirga miseensota isaa…

Continue ReadingOlaantummaa seeraa mirkaneessuun barbaachisaadha- Waldaa Abbootii Alangaa Oromiyaa

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Mooliidaa Bara 1500’f kabajamu ilaachisee ergaa baga Ittiin Isin gahe dabarsaniiru.‎

AMN PLUS- Hagayya 28/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana yaadannoo dhaloota Nabiyyii Mahaammad (Mooliidaa) Bara 1500'f kabajamu ilaalchisee ergaa baga Ittiin Isin gahe dabarsaniiru.‎ Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.)…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Ayyaana Mooliidaa Bara 1500’f kabajamu ilaachisee ergaa baga Ittiin Isin gahe dabarsaniiru.‎