“Baga hojjanne, hojiifi abdiin galaa Itoophiyaati” Pireezidaant Taayyee Atsiqasillaasee
AMN PLUS- Fulbaana 4/201 Hidhi Haaromsaa miira injifannoo kaleessaa, ogummaa hoggansa har'aa fi ifa egeree kan agarsiisu ta'uu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaaseen himan. Hiriira deeggarsaafi gammachuu, addabaaabaayii Masqalaatti ganama kana…