Gareen Itoophiyaa Umrii 17 gadii osoo hin milkaa’in hafe

You are currently viewing Gareen Itoophiyaa Umrii 17 gadii osoo hin milkaa’in hafe

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2018

Tapha Walakkaa Xumuraa CECAFA Umrii 17 gadiin Itoophiyaan Yugaandaadhaan 3-0 injifatamte.

Tapha si’oominaan eegamaa ture kana gareewwan lameen boqonnaa dura 0-0’n adda ba’anis, boqonnaa booda garuu daqiiqaa 16 keessatti gooliiwwan sadii keessummeessuun osoo hin milkaa’in hafaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply