Geetaanah Mollaa dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa Bishooftuutti taasifame injifate

You are currently viewing Geetaanah Mollaa dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa Bishooftuutti taasifame injifate

‎AMN PLUS- Sadaasa 21/2018

‎Kabaja Waggaa 90ffaa Humna Qilleensaa Itoophiyaa sababeeffachuun dorgommii Idil Addunyaa Daandiirraa KM 10

‎ Bishooftuutti adeemsifame irratti Geetaanah Mollaa 1ffaa ba’uun injifateera.

‎Miseensa garee Ispoortii Machaal kan ta’e Geetaanah Mollaa, fiigicha kana olaantummaan xumureera.

Taammiraat Bishaawutu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply