Garee Itoophiyaa U-17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10 kenname

You are currently viewing Garee Itoophiyaa U-17 gadiif badhaasni Birrii miiliyoona 10 kenname

AMN PLUS- Sadaasa 23/2018

Ministeerri Aadaafi Ispoortii Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itoophiyaa umrii 17 gadiif badhaasa Birrii miiliyoona 10 kenne.

Garichi Waancaa Afrikaaf darbuu sababeeffachuun Ministeerichi sagantaa affeerraa irbaataa taasiseeraafi.

Ministirri Aadaafi Ispoortii aadde Shawiit Shaankaa wayita kana garichi bu’aa hojii mootummaafi Federeeshinii Kubbaa Miilaa Itoophiyaati jedhan.

Garichi tapha waancaa Afrikaan yeroo milkaa’aa akka dabarsu amantaa qabanis ibsaniiru.

Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii dorgommicha sadarkaa 3ffaan xumuruun waggoota 22 booda waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffateera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply