Sagantaan cufiinsa kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Sadarkaa Naannoo Amaaraatti adeemsifamaa Jira

You are currently viewing Sagantaan cufiinsa kabaja Guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa Sadarkaa Naannoo Amaaraatti adeemsifamaa Jira

‎AMN PLUS-Sadaasa 24/2018

‎Sagantaan cufiinsa kabaja guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattootaa Itoophiyaa 20ffaan Sadarkaa Naannoo Amaaraatti Magaalaa Dabra Birhaanitti adeemsifamaa Jira.

‎Sagantaan cufinsaa Kunis mata duree “Waliigaltee Diimookiraasii Tokkummaa Sab-daneessaaf” jedhuun adeemsifamaa Jira.

‎Sagantaa cufiinsaa Kana irratti Af-Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Aganyaw Tashaagar, Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Buzeenaa Alkadir, Af-Yaa’iin Mana Maree Naannoo Amaaraa Faantuu Tasfaayeefi Af-Yaa’iiwwan naannolee biroo akkasumas hoggantoonni olaanoon Federaalaa fi Naannoo irratti argamuu isaanii TOI’tu gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply