Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee

You are currently viewing Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaarratti hundaa’een Itiyoophiyaa jabduu ijaarra – Pireezidaantii Taayyee

AMN PLUS- Sadaasa 29/2018

Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een Itoophiyaa kabajamte, misoomtee fi jabduu ijaarra jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.

Guyyaan Saboota Sab-lammootaafi Uummattoota 20ffaan mata duree ‘Walii Galtee Diimokiraatawaa Tokkummaa Sabdaneessaaf!’ jedhuun naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Magaalaa Hoosaa’inaatti kabajameera.

Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen guyyicha sababeeffachuun erga baga geessanii dabarsaniiru.

Itoophiyaa Tokkummaa sabdaneessaa walqixummaa fi haqummaarratti hundaa’een kabajamte, misoomtee fi jabduu taate ijaarra jedhan ergaa isaaniin.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply