MM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

You are currently viewing MM Abiyyi Ahimad hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsitii Finfinnee sababeeffachuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru

AMN PLUS- Mudde 24/2018

Kabaja Hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa Yuunivarsitichaa duraanii Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) mata duree “Gahee Hayyootaa Badhaadhina Biyyaa Keessattii” jedhuun waraqaa qorannoo dhiyeessaa jiru.

Hoggantoonni akkaadaamiifi hoggantoonni olaanoon mootummaa bakka argamanitti ibsichi kennamaa jira.

Sagantaan guyyaa har’aa kun xumuraa ibsawwaniifi sagantaa hundeeffama waggaa 75ffaa Yuuniivarsiitichaa ilaalchisee torbanoota darbaniif gaggeeffamaa tureeti.

#PMOEthiopia

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply