‘Magaalaa Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa ni taasifna’ – Obbo Mogos Baalchaa

You are currently viewing ‘Magaalaa Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa ni taasifna’ – Obbo Mogos Baalchaa

AMN PLUS – Ebla 07/2017

Magaalaa Finfinnee fakkeenya badhaadhinaa ni taasifna jedhan Itti Gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogos Baalchaa.

Waajjirri Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee raawwii hojii ji’oottan salgan darbanii paartichaa kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallittiitti qorataa jira.

Waltajjicharratti kan argaman Itti Gaafatamaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Magaalaa Finfinnee Obbo Mogos Baalchaa Magaalaa Finfinnee akka maqaa ishee miidhagduu fi jiraattota isheef mijattuu taasisuuf hojjechuun murteessaadha jedhan.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply