Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee ayyaana Faasikaa sababeeffachuun qaamolee hawaasaa deeggarsa barbaadan, miidhamtoota qaamaafi rakkoowwan hawaasummaa garagaraaf saaxilamaniif maaddii qoodaniiru.
Ayyaanichi kan nagaa, jaalalaafi gammachuu akka ta’u hawwii qaban ibsuu isaaniis waajjira kantiibaarraa odeeffanne.