Barreessituu Itti aantuun Dhaabbata Biyyoota Gamtoomanii Amiinaa Mohaammad yaa’ii Sirna Nyaataa UN 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee dhufan.
Aadde Amiinaan Finfinnee Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee yeroo gahan Deetaa Ministira Fayyaa Dr. Darajjee Dhugumaan simataniiru.