Ambaasaaddar Reedwaan Daayrektera Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa waliin mari’atan

AMN- Mudde 15/2017

Daayrektarri Jeneraalaa Tajaajila Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Daayrektara Ejansii Nageenya Biyyaalessaa fi Tika Somaaliyaa Abdullaahii Mohaammad waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii, carraa jiruu fi imala gara fuula duraa ilaalchisee mari’achuu isaanii Ambaasaaddar Reedwaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply