Afrikaa badhaatee ijaaruuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Geediyoon Ximootiwoos

You are currently viewing Afrikaa badhaatee ijaaruuf waloon dhaabbachuu qabna- Dooktar Geediyoon Ximootiwoos

AMN PLUS- Guraandhala 05, 2017

Afrikaa badhaateefi dhaloota dhufuuf mijattuu taate ijaaruuf dureewwan Afriikaa waloon dhaabbachuun akka barbaachisu Ministirri Dhimma Alaa FDRI Doktar Geediyoon Ximootiwoos himan.

Yaa’iin Koree Hoji Raawwachiiftuu Gamtaa Afriikaa 46ffaan Finfinneetti eegalameera.

Jalqabbii Yaa’ichaa irratti argamuun erga kan dabarsan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Doktar Geediyoon Ximootiwoos Afrikaa badhaateefi dhaloota dhufuuf mijatte ijaaruuf waliin dhaabbachuu qabna jedhan.

Dhiibbaa Afrikaan akka idil addunyaatti uumu qabdu cimsuuf duinagdee irratti cimnee hojjechuu qabnaa jedhan.

Sanyii Taaddasaatu gabaase

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply