Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii Qilleensaa Koongoo Kinshaasaa ji’a 1 keessatti hundeessuuf qophii xumure – Obbo Masfiin Xaasaw

AMN – Onkololeessa 29/2017 Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii Qilleensaa Dimookraatawaa Koongoo Kinshaasaa ji'a 1 keessatti tajaajila eegalchiisuuf akka jiru hojii gaggeessaan garee Daandii Qilleensaa Itiyoophiyaa Obbo Masfiin Xaasaw himuu isaanii…

Continue ReadingDaandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa Daandii Qilleensaa Koongoo Kinshaasaa ji’a 1 keessatti hundeessuuf qophii xumure – Obbo Masfiin Xaasaw

Yaa’iin Addunyaa Beelarraa Bilisaa kan Yaadannoo Injifannoo Adawaatti geggeeffame xumurame

AMN - Onkololeessa 28/2017 Yaa'iin "World Without Hunger" /Addunyaa Beelarraa Bilisaa/ magaalaa Finfinnee Yaadannoo Injifannoo Adawaatti haala gaariin geggeeffame kan xumuramuu isaa Kantiibaa Adaanech Abeebee ibsan. Yaaddannoon Injifannoo Adawaa guyyaa…

Continue ReadingYaa’iin Addunyaa Beelarraa Bilisaa kan Yaadannoo Injifannoo Adawaatti geggeeffame xumurame

Waraanni matammaa garee finxaaleyyii barbadeessuun meeshaalee waraanaa booji’e

AMN – Onkololeessa 28/2017 Waraanni Matammaa jedhamu kan Godina Walloo kaabaa keessatti bobbaafame, garee finxaaleyyii Aanaa Gidaan Magaalaa Mujjaa keessa ture kaayyoo badii isaanii akka galmaan gahuu hin dandeenyeetti rukutuu…

Continue ReadingWaraanni matammaa garee finxaaleyyii barbadeessuun meeshaalee waraanaa booji’e

Qondaaltonni Ameerikaa Raashiyaan filannoo pirezidaantummaa Ameerikaa keessa seentee jirti jechuun himatan

AMN –Onkololeessa 27/2017 Qondaaltonni Ameerikaa Raashiyaan filannoo pirezedaantumma Ameerikaa bara kana gaggeeffame kan preezdaantiin duraanii Doonaald Tiraamp injifate harki ishee keessa jira jechuun himataniiru. Imbaasiin Raashiyaa Waashingitan DC jiru himannaan…

Continue ReadingQondaaltonni Ameerikaa Raashiyaan filannoo pirezidaantummaa Ameerikaa keessa seentee jirti jechuun himatan

Ammayyummaa magaalota Addunyaan walsimu irra gahuuf imala jalqabne cimsinee itti fufna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Processed with VSCO with c1 preset AMN- Onkololeessa 27, 2017 Hojiileen Finfinnee fi magaaloota biroo jijjiiruuf hojjetamaa jiru saffisaan raawwatamaa jiraachuu Kantibaan magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ibsan. Aadde Adaanech guyyoota…

Continue ReadingAmmayyummaa magaalota Addunyaan walsimu irra gahuuf imala jalqabne cimsinee itti fufna- Kantiibaa Adaanech Abeebee

Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Finfinnee galan

AMN Onkololeessa 27, 2017 Pireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Juuliyees Maadaan Finfinnee galaniiru. Juuliyyees Maadaa Biyyoon Yaa'ii Addunyaa Beelarraa bilisaa Finfinneetti gaggeeffamaa jirurratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Pireezidaanti Juuliyyees Maadaa Biyyoon waayita Buufata…

Continue ReadingPireezidaantiin Rippaablika Seeraaliyoon Finfinnee galan

Xiyyaarri haaraan bitame dorgomummaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa Mardaasaa

AMN Onkololeessa 26, 2017 Xiyyaarri haaraan bitame dorgomtummaa fi sadarkaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabalu ta’uu Walitti Qabaan Boordii Dandichaa fi Ajajaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan himan.…

Continue ReadingXiyyaarri haaraan bitame dorgomummaa Daandii Qilleensaa Itoophiyaa kan dabaluudha-L/J Yilmaa Mardaasaa

Barattoota sababa misooma kooriidariin bakka jireenyaa jijjiirratan dhamaatii tokko malee galmeessuun barnoota akka eegalan taasifameera- Biiroo Barnootaa Finfinnee

AMN- Onkololeessa 26, 2017 Koreen Dhaabbii Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Mana Maree Magaalaa Finfinnee raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2017 Biiroo Barnootaa Finfinnee qorachaa jira. Kurmaana jalqabaatti barattoota sababa misooma Kooriidariin…

Continue ReadingBarattoota sababa misooma kooriidariin bakka jireenyaa jijjiirratan dhamaatii tokko malee galmeessuun barnoota akka eegalan taasifameera- Biiroo Barnootaa Finfinnee