Ayyaanni Mawulidaa sadarkaa biyyaalessaatti Mazjiida guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira

You are currently viewing Ayyaanni Mawulidaa sadarkaa biyyaalessaatti Mazjiida guddicha Anuwaaritti kabajamaa jira
  • Post category:Itoophiyaa

AMN Fulbaana 16, 2016:- Ayyaanni Mawuliidaa waggaa 1498ffaan hordoftoota Amantaa Islaamaa biraatti kabajamaa jira.

Ayyaanicha sababeeffachuu har’a ganama sa’aatii 12:00 irratti madfiin si’a 9 dhuka’eera.

Ayyaanicha gochaa gaarii Nabiyyuu Mahaammad yaadachuun kabajamaa jira.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review