Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jiruudha – Pir.Shimallis Abdiisaa

You are currently viewing Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jiruudha – Pir.Shimallis Abdiisaa

AMN- Sadaasa 16/2017

Badhaadhinni Paartii qormaata alaafi keessoo injifachuun fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jiruudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.

Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Paartiin badhaadhinaa Paartii tarkaanfataa qormaata alaa fi keessoo injifatee fayyadamummaa lammiilee mirkaneessaa jirudha jedhan.

Sabboonummaan jecha qofaan osoo hin taane gochaan mirkanaa’uu akka qabu Paartiin Badhaadhinaa imala Isaa Waggaa 5 keessatti qabatamaan mirkaneessee jiras jechuun ibsaniiru.

Oromiyaatti nageenya waaressuun badhaadhina galmaan gahuuf xiyyeeffannaan hojjatamaa jiraachuu kaasaniiru.

Milkaa’inoota hanga ammaatti argaman caalmaatti itti fufsiisuun mul’ata qabame dhugoomsuuf kan hojjatamu ta’uu eeruu ragaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Ormiyaarraa argame ni mul’isa.

Guyyaan hundeeffama Waggaa 5ffaan Paartii Badhaadhinaa magaalaa Naqamteetti kabajameera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

AmnAdmin

MAJOR ASCHIEVMENTS

Leave a Reply