AMN Onkoloolessa 9/2017
Leenjiin hoggantoota Paartii Badhaadhinaa mata duree “Humna Abjuu Guddina Caalmaaf” jedhuun magaalaa Finfinneetti kennamaa ture xumuramuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen himan.