AMN Onkololeessa 10, 2017
Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee Riifoormii Poolisii magaalichaa daawwataniiru.

Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa sagantaa daawwannaa kanarratti argamuu ragaan Poolisii Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.
