Caalbaasichaan doolaarri tokko giddu galeessaan birrii 131’n gurgurameera – Baankii Biyyaalessaa

You are currently viewing Caalbaasichaan doolaarri tokko giddu galeessaan birrii 131’n gurgurameera – Baankii Biyyaalessaa

AMN – Bitootessa 23/2017

Caalbaasichaan doolaarri tokko giddu galeessaan birrii 131.7’n gurguruusaa Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise.

Baankichi bu’aa caalbaasii doolaara miiliyoona 50 har’a taasise ifoomseera.

Haaluma kanaan giddu galeessaan doolaarri tokko birrii 131.7’n gurguruu fi baankonni caalbaasicha irratti hirmaatan sharafa alaa fudhachuu beeksiseera.

Baankichi haaluma walfakkaatuun Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa torbee lama lamaan caalbaasii mallaqa alaa kan adeemsisu yoo ta’u guyyaa caalbaasii guyyaa tokko dura akka beeksisu hubachiiseera.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply