Cabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba- Obbo Xilaahun Fiqaaduu

You are currently viewing Cabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba- Obbo Xilaahun Fiqaaduu

AMN Plus – Onkoloolessa 01/2018

Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee Yaad-Rimee kitaabaa Mootummaa Ida’amuu irratti Hayyoota, hooggantoota damee barnootaafi barsiisota magaalichaa waliin marii paanaalii gaggeessaa jira.

Mariii kana kan saaqan gorsaan Biiroo Barnootaa Magaala Finfinnee Obbo Xilaahuun Fiqaaduu Cabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba jedhan.

Fedhii qofaan biyya ceesisuun hin dandaa’amu kan jedhan Obbo Xilaahuun, Itoophiyaa ceesisuun kan dandaa’amu yaadama idaa’amuutiin ta’uu ibsaniiru.

Marii Paanaalii kanaan Hayyoonniifi Qorattoonni Qabiyyee Kitaaba Mootummaa Idaa’amu kana dhiyeessuun irratti mari’atamaa jira.

Geetaahun Katamaatu Gabaase.

0 Reviews ( 0 out of 0 )

Write a Review

Leave a Reply