Itoophiyaa magariituu ijaaruuf ejjennoo qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS - Hagayya 10/ 2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (Dr) ejjennoo Itoophiyaa magariituu ijaaruuf qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Arbaaminici…

Continue ReadingItoophiyaa magariituu ijaaruuf ejjennoo qabnuuf Walaayittaa Sooddoon ragaadha- Abiyyi Ahimad (Dr)

Manaajimeentiin Baankii Siinqee Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti biqiltu Ashaaraa Magariisaa dhaaban

AMN PLUS - Hagayya 10/2017 Miseensonni Manaajimeentiin Baankii Siinqee Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti sagantaa Ashaaraa Magaariisaan biqiltuu dhaaban. Pirezdaantiin Baankii Siinqee Obbo Newaay Magarsaa Baankichi hojii idilee isaatiin…

Continue ReadingManaajimeentiin Baankii Siinqee Kutaa Magaalaa Koyyee Facceetti biqiltu Ashaaraa Magariisaa dhaaban

Pirojektiiwwan Arbaamincitti ijaaramaa jiran magaalattiin yaa’iiwwan gurguddoo akka keessummeessitu dandeessisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

AMN PLUS - Hagayya 10/ 2017 Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimd (Dr) Magaalaan Arbaaminci uumama isheen miidhagduudha jedhan. Dooktar Abiyyi Ahimd ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, yeroo dhiyootti wayita hojiilee…

Continue ReadingPirojektiiwwan Arbaamincitti ijaaramaa jiran magaalattiin yaa’iiwwan gurguddoo akka keessummeessitu dandeessisa- MM Abiyyi Ahimad (Dr)

‎Bu’aan Sagantaa Ashaaraa Magariisaan dhufe kaaniif fakkeenya- Nuhuu Chiyaam

‎AMN PLUS- Hagayya 3/2017 ‎Komishiniin Qindeessaa Hirmaannaa Ummataa fi Tola Ooltummaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee, Miseensota Waldaa Hojjattoota Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin ta'uun biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban. ‎Dhaabbiin biqiltuu kun kan…

Continue Reading‎Bu’aan Sagantaa Ashaaraa Magariisaan dhufe kaaniif fakkeenya- Nuhuu Chiyaam

Hooggantoonniifi hojjettoonni AMN sagantaa ashaaraa magariisaatin giddugala biqiltoota Gullalleetti biqiltuu dhaaban

‎AMN PLUS- Adoolessa 29/2017 Hooggantoonnii fi ‎hojjettoonni AMN sagantaa ashaaraa magariisaa baranaa 'dhaabuun bayyanachuudha' mata duree jedhuun giddugala biqiltoota Gullalleetti biqiltuu dhaabaniiru. ‎Misooma ashaaraa magariisaa lammiilleen biyyaatti xiqqaa hanga guddaatti…

Continue ReadingHooggantoonniifi hojjettoonni AMN sagantaa ashaaraa magariisaatin giddugala biqiltoota Gullalleetti biqiltuu dhaaban

Ummanni Itoophiyaa qindoominaan yoo dhaabbatan raajii akka hojjeetan hara’as mul’isuu isaani Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

AMN PLUS- Adoolessa 24/2017 Minisirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) guyyaa tokkotti biqiltoota miliyoona 700 mata-duree 'dhaabuun bayyanadhuudha' jedhuun karoorameen olitti milkoofneerra jedhan. Har’a hooggatoonniifi hojjetoonni, dhaabbileen dhunfaafi kan mootummaa, Imbaasiifi…

Continue ReadingUmmanni Itoophiyaa qindoominaan yoo dhaabbatan raajii akka hojjeetan hara’as mul’isuu isaani Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) himan

Biqilootni Miliyoona 700 ol kan dhaabaman iddoowwan kaartaan isaaniif qophaa’erratti tahuu Adafiris Warquu (Dr.) ibsan

‎AMN Plus- Adoolessa 24/2017 ‎Biqilootni Miliyoona 700 ol kan dhaabaman iddoowwan kaartaan isaaniif qophaa'erratti tahuu Qindeessaan Koree Teekinikaa Ashaaraa Magariisaa Biyyaalessaa Adafiris Warquu (Dr.) ibsaniiru. ‎Lafti Bayyanachuu danda'u heektaara miliyoona…

Continue ReadingBiqilootni Miliyoona 700 ol kan dhaabaman iddoowwan kaartaan isaaniif qophaa’erratti tahuu Adafiris Warquu (Dr.) ibsan

Raayyaan Poolisii nagaa kabachhisuu cinatti eegumsa naannoo irrattis ergama dabalataa bahaa jiraachuu Komishinar Geetuu Argawu ibsan

AMN PLUS- Adoolessa 24/2017 Raayyaan Poolisii nagaa kabachiisuu ciratti eegumsa naannoo irrattis ergama dabalataa bahaa jiraachuu Komishinarrri Komishinii Poolisii Finfinee Geetuu Argaawu ibsaniiru Miseensonni raayyaa poolisii kutaa magaalaa 11fi Kolleejjii…

Continue ReadingRaayyaan Poolisii nagaa kabachhisuu cinatti eegumsa naannoo irrattis ergama dabalataa bahaa jiraachuu Komishinar Geetuu Argawu ibsan
Read more about the article Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) karoorri guyyaa tokkotti biqiltuu Miiliyoona 700 oli guyyaa tokkotti dhaabuu karooraa oli milkaa’uu himan
default

Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) karoorri guyyaa tokkotti biqiltuu Miiliyoona 700 oli guyyaa tokkotti dhaabuu karooraa oli milkaa’uu himan

AMN PLUS Adoolessa 24/2017 Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) karoorri guyyaa tokkotti biqiltuu Miiliyoona 700 dhaabuu karooraa oli milkaa’uu himaniiru. Itoophiyaanonni yammuu walooman raajii hojjechuu akka danda’an har’a irra deebiin…

Continue ReadingMinistirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr) karoorri guyyaa tokkotti biqiltuu Miiliyoona 700 oli guyyaa tokkotti dhaabuu karooraa oli milkaa’uu himan

Ministirri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ballaxaa Mollaa (Dr.) sirnakkoo saayinsii fi teeknooloojii waliin wal simsiisanii hojjachuun guddina dinagdee itti fufiinsa qabuuf murteessaadha jedhan.

‎AMN PLUS- Adoolessa 24/2017 ‎Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ballaxaa Mollaa (Dr.) fi qondaaltonni fi hojjettoonni ministeerichaa Paarkii ICT Magaalaa Finfinnee keessatti biqiltuu dhaabaniiru. ‎Sagantaa kana irratti ergaa kan dabarsan…

Continue ReadingMinistirri Innooveeshinii fi Teeknooloojii Ballaxaa Mollaa (Dr.) sirnakkoo saayinsii fi teeknooloojii waliin wal simsiisanii hojjachuun guddina dinagdee itti fufiinsa qabuuf murteessaadha jedhan.