Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) Karoora keenyaa ol milkeessuu ni dandeenya jedhan
AMN PLUS- Adoolessa 24/2017 Minisitirri Muummee Abiyyi Ahimad (Dr.) sagantaa guyyaa tokkotti biqiltoota miiliyoona 700 dhaabuuf karoorfame magaalaa Jimmaatti kan eegalchiisan yoo ta’u, haala amma jiruun karoora keenyaa ol milkeessuun…