Yukireen misaa’ela fageenya dheeraa Raashiyaatti akka dhukaastu Joo Baayidan eeyyaman
AMN- Sadaasa 09/2017 Pireezidantiin Ameerikaa Joo Baayidan Yukireen misaa'ela fageenya dheeraa biyyattiin dhiyeessituuf Raashiyaatti akka dhukaastu yeroo jalqabaaf eeyyaman. Pireezideentiin Yukireen Voloodmiir Zeleeniskiin, dhorkaan misaa'ela ATACMS jedhamuu akka ka'u yeroo…