Mooticha Neeppils haarawa, mootummaa ofii isaa ijaaruuf Old Tiraafoordii bahe – Iskoot Maaktominayi
AMN PLUS- Caamsaa 16, 2017 Kilaba Naappoolii keessatti taphataan murteessaan Waancaa milkeessuu keessatti shoora olaanaa taphatu maqaa masoo 'Neples King' jedhamu gonfata. Diyaagoo Armaandoo Maaraadoonaarraa kaasee taphattoonni muraasni maqaa kabajaa…