Manni Maree Ce’uumsa Qonnaa Oromiyaa kallattiiwwan gara garaa kaa’eera- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
AMN PLUS- Ebla 16, 2017 Waltajjii Mana Maree Ce'uumsa Qonnaa Oromiyaa marsaa 3ffaa har’a gaggeessineen, hanqinootafi ciminoota muldhatan qorachuun, kallattii gara fuulduraa kaa’un goolabneerra jedhan Pireezidaantiin MNO Obbo Shimallis Abdiisaa.…