Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Qarshii tiriliyoona 1.9 gahe

AMN - Muddee 19/2017 Qabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Qarshii tiriliyoona 1.9 kan gahe ta’uu pireezidaantiin baankichaa Obbo Abbee Saanoo ibsan. Haaromsi diinagdee gooroo dhiyeenya kana hojii irra oole baankicha…

Continue ReadingQabeenyi waliigalaa Baankii Daldalaa Itoophiyaa Qarshii tiriliyoona 1.9 gahe

Hidha Haaromsaa fi naannolee biyyattii adda addaa keessatti oomishni qurxummii bal’inaan hojjetamaa jira

AMN - Muddee 19/2017 Hidha Haaromsa Itoophiyaa Guddichaa fi naannolee biyyattii adda addaa keessatti oomishni qurxummii bal’inaan hojjetamaa jiraachuu Deetaan Ministeera Qonnaa Fiqruu Raggaasaa (Dr.) ibsaniiru. Itoophiyaatti qabeenyi bal’aa fi…

Continue ReadingHidha Haaromsaa fi naannolee biyyattii adda addaa keessatti oomishni qurxummii bal’inaan hojjetamaa jira

Rakkoo amma numadachaa jiruuf furmaanni waraana osoo hin taane mariidha – Obbo Hayiluu Addunyaa

AMN- Muddee 18/2017 Rakkoo amma numadachaa jiruuf furmaanni waraana osoo hin taane marii ta’uu Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayiluu Addunyaa ibsaniiru. Gumiin Balal marsaa 40ffaan qindoomina Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa…

Continue ReadingRakkoo amma numadachaa jiruuf furmaanni waraana osoo hin taane mariidha – Obbo Hayiluu Addunyaa

Kilabiin Magalaa Amboo bakka shaakalaafi dhimma faayinaansiin rakkoo hamaa keessa jiraachuu hime

AMN- Mudde 18/ 2017 Liigii Olaanaa Itoophiyaa irrattii dorgomaa kan jiru Kilabiin Magaalaa Amboo bakki shaakallii qopheessaa liigichaan isaaniif kennamee mijataa akka hin taane komate. Dhimma faayinaansiin wal qabatees rakkoolee…

Continue ReadingKilabiin Magalaa Amboo bakka shaakalaafi dhimma faayinaansiin rakkoo hamaa keessa jiraachuu hime

Ji’oota Shanan Darbanitti Qarshiin Biiliyoonni 380 walitti qabameera – Minsteera Galiiwwanii

AMN - Muddee 17/2017 Ji’oota shanan darban keessa galiin qarshii biiliyoona 380 walitti qabamuu isaa Minstirri Galiiwwanii aadde Ayinaalam Nugusee ibsan. Raawwii sassaabbii galii waggoota jijjiiramaa darban ilaalchisee ministirrittiin ibsa…

Continue ReadingJi’oota Shanan Darbanitti Qarshiin Biiliyoonni 380 walitti qabameera – Minsteera Galiiwwanii

Hidhaawwan bara baajataa kanaa humna maddisiisuu karoorfame guutuuf bishaan gahaa qabatanii jiru

AMN- Muddee 17/2017 Ganna darbe bishaan hidhaatti akka galu taasifame karoora humna ibsaa maddisiisuu bara baajataa kanaa galmaan gahuu akka danda’u dameen opireeshinii beeksiseera. Damichatti hojii gaggeesituun karooraa aadde Xuruuwarq…

Continue ReadingHidhaawwan bara baajataa kanaa humna maddisiisuu karoorfame guutuuf bishaan gahaa qabatanii jiru

Haalli nageenyaa Magaalaa Finfinneefi naannawaashee amansiisaa tahu Humni Waloo Nageenya Biyyaalessaa beeksise

AMN- Muddee 17/ 2017 Humni waloo kun qorannoo raawwii hojii gaggeesseen haalli nageenyaa magaalichaafi naannawaashee amansiisaa tahu mirkaneesseera. Qorannoo raawwii hojii waliigalaan qaamni nageenyaa sadarkaan jiru qindoominaan hojjachuusaatiin bu’aa argamee…

Continue ReadingHaalli nageenyaa Magaalaa Finfinneefi naannawaashee amansiisaa tahu Humni Waloo Nageenya Biyyaalessaa beeksise

Cehuumsi Oromiyaa ganda/araddaa kan giddu-galeeffateedha – Obbo Shimallis Abdiisaa

AMN - Muddee 17/2017 Cehuumsi Oromiyaa ganda/araddaa kan giddugaleeffate ta’uu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa himan. Kenna tajaajilaa ariitii fi qulqullina qabu sadarkaa gandaatti diriirsuudhaan hawaasa itti dhiyeenyaan…

Continue ReadingCehuumsi Oromiyaa ganda/araddaa kan giddu-galeeffateedha – Obbo Shimallis Abdiisaa

Misoomni Koriidarii Baadiyyaa Qonnaan Bultoota Fayyadamtoota Teeknooloojii akka ta’aniif deeggaruun ibsame

AMN- Mudde 16/2017 Misoomni Koriidarii Baadiyyaa qonnaan bultoota fayyadamtoota Teeknooloojii taasisuufi kara ammayyaan akka oomishaniif deeggaruu Miseensi Koree Hojii Raawwachiistuu Paartii Badhaadhinaa fi Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…

Continue ReadingMisoomni Koriidarii Baadiyyaa Qonnaan Bultoota Fayyadamtoota Teeknooloojii akka ta’aniif deeggaruun ibsame

Baajatni yunivarsitiiwwanii akkaataa bu’aa isaan galmeessaniin kan ramadamu ta’a – Biraanuu Naggaa (Prof.)

AMN - Muddee 16/2017 Yunivarsitiiwwaniif baajatni ramadamu bu’aa isaan galmeessan irratti hundaa’uun akka ta’u Ministirri Barnootaa Biraanuu Naggaa (Prof.) ibsaniiru. Rakkoolee damee barnootaa mudataa jiran haala qindoomina qabuun fooyyessuuf waliigalteen…

Continue ReadingBaajatni yunivarsitiiwwanii akkaataa bu’aa isaan galmeessaniin kan ramadamu ta’a – Biraanuu Naggaa (Prof.)