Baahirdaaritti Hiriirri nagaa geggeeffamaa jira
AMN- Mudde 9/2017 Magaalaa Bahirdaaritti hiriirri Ummataa mata duree ‘Nageenyi hundaaf, hundi Nageenyaaf’ jedhuun gaggeeffamaa jira. Naannichaaf waraana osoo hin taane misoomaa fi nageenya barbaada jedhan hiriirtonni kunneen. Ajjeechaan finxaaleyyiiwwan…