Ergaa Pirezidaant Shimallis Abdiisaa
Daawwannaa sochii misoomaa tibbanaa ittifufuun hojiilee misoomaa Godina Baalee, gaandootaa godinichaa keessa naanna'uun ilaallee jirra. Carraafi abdii, komiifi gaaffii ummata keenyaa gidduutti argamuunis dhageenyee argineerra. Bosonni Harannaafi Tulluu Diimtuun naatoo…