Afrikaan qaama furmaata jijjiirama qilleensaa taatee itti fufti – Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 2/2018 ‎Afrikaan rakkoo jijiirama qilleensaaf saaxilamuu qofa osoo hin taane qaama furmaata jijjiirama qilleensaa taatee akka itti fuftu pireezidaanti FDRI Taayyee Atsiqasillaasee hubachiisan. ‎Yaa'ii jijjiirama qilleensaa Biraazilitti…

Continue ReadingAfrikaan qaama furmaata jijjiirama qilleensaa taatee itti fufti – Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaasee
Read more about the article Haaromsi ashaaraa Paan-Afrikaaniiziimiiti- Wiiliyaam Samooyi Ruutoo
Il Presidente della Repubblica Sergio Mattarella alla State House di Nairobi, con il Presidente della Repubblica del Kenya, William Ruto,in occasione della visita di Stato nella Repubblica del Kenya (foto di Francesco Ammendola - Ufficio per la Stampa e la Comunicazione della Presidenza della Repubblica)

Haaromsi ashaaraa Paan-Afrikaaniiziimiiti- Wiiliyaam Samooyi Ruutoo

AMN PLUS- Qaammee 4/2017 Pirezdaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Samooyi Ruutoon Hidhi haaromsaa Guddichi Itoophiyaa Pirojektii bishaanii guddaa ardii Afrikaa qofa osoo hin taane Mallaattoofi ashaaraa Paan-Afrikaaniiziimiiti jedhan. Eebba Pirojektii guddicha Afrikaa…

Continue ReadingHaaromsi ashaaraa Paan-Afrikaaniiziimiiti- Wiiliyaam Samooyi Ruutoo

Sagalee Afrikaa Sadarkaa Idil-addunyaatti dhageessisuuf hojii waloofi qindoomina qabu barbaada- Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo

AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Sagalee Afrikaa Sadarkaa Idil-addunyaatti dhageessisuuf hojii waloofi qindoomina qabu akka barbaadu Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo dubbatan. Yaa’ii jijjiirama qilleensaa Afrikaa 2ffaa, Finfinneetti adeemsifamaa jiru irratti Ministira…

Continue ReadingSagalee Afrikaa Sadarkaa Idil-addunyaatti dhageessisuuf hojii waloofi qindoomina qabu barbaada- Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo

Waliin mari’achuun keenya carraa egeree Afrikaaf bu’uura- Kantiibaa Adaanach Abeebee

AMN PLUS- Qaammee 3/2017 Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee, keessummoota Yaa’ii Jijjiirama Qilleensaa Afrikaa 2ffaa irratti hirmaachuuf dhufaniif, ergaa “Baga Nagaan dhuftanii” dabarsaniiru. Adeemsi ol ka’insa keenyaa obboloota…

Continue ReadingWaliin mari’achuun keenya carraa egeree Afrikaaf bu’uura- Kantiibaa Adaanach Abeebee

Afrikaanotni jijjiirama qilleensaa qolachuuf cimanii hojjatu

‎AMN PLUS - Qaammee 3/2017 ‎Yaa'iin Jijjiirama Qilleensaa Afrikaa 2ffaan har'aa eegalee guyyaa sadiif Finfinneetti adeemsifama. ‎Yaa'ichi " furmaata si'ataa Jijjiirama qilleensaa Idil addunyaaf, diinagdee magariisaa Afrikaa faayinaansiin deggeruu'' mata…

Continue ReadingAfrikaanotni jijjiirama qilleensaa qolachuuf cimanii hojjatu

Koongoon weerarri Iboolaa waggaa sadii booda deebi’ee ka’uu beeksiste

‎AMN PLUS - Hagayya 30/2017 ‎Dimokiraatik Rippabiliki Koongoon weerarri Vaayirasii Iboolaa biyyattiitti waggaa sadii booda deebi'ee mul'achuu isaa beeksiste. ‎Vaayirasiin kun hanga ammaatti namoota 28 irratti kan mul'ate yoo ta'u,…

Continue ReadingKoongoon weerarri Iboolaa waggaa sadii booda deebi’ee ka’uu beeksiste

Yaa’ii Haala Qilleensaa Afriikaa 2ffaaf, mariiwwan yaa’iin duraa

AMN PLUS- Hagayya 30/2017 Yaa’iin Haala Qilleensaa Afriikaa lammaffaa mata duree “Furmaatilee Haala Qilleensaa Idil addunyaa Si’achiisuu, Misooma Magariisaa Afriikaa Faayinaansiin Deeggaruu” jedhuun Qaammee 3 amma 5 bara 2017 Finfinneetti…

Continue ReadingYaa’ii Haala Qilleensaa Afriikaa 2ffaaf, mariiwwan yaa’iin duraa

Tokkummaan yoo dhaabbanne sagalee Afrikaa dhageessisuu ni dandeenya- Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa

‎AMN PLUS -Hagayya 28/2017 Tokkummaan yoo dhaabbatan jijjiirama qilleensaa Afrikaaf deebii haqa qabeessa argamsiisuu fi sagalee dhuunfaan dhageessisuu akka danda’amu Dura Taa'aan komishiinii Gamtaa Afiriikaa Maahmuud Alii Yuusuf ibsaniiru. ‎Yaa'ii…

Continue ReadingTokkummaan yoo dhaabbanne sagalee Afrikaa dhageessisuu ni dandeenya- Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa

Dubartoonni Gamtaa Afrikaa ijaarsa nageeyaa irratti xiyyeeffannaan hojjechuuf -Mahaammad Alii Yuusuf

‎AMN PLUS - Hagayya 22/2017 ‎Dubartoonni Gamtaa Afiriikaa ijaarsa tasgabbiifi nageenyaa ardiichaaf gahee isaan qaban cimsuuf caalmaatti gara kuteenyaan akka hojjetanKomishinarri Gamtichaa Mohaammad Alii Yuusuf ibsan‎ ‎Dura taa'aan Komishinii Gamtaa…

Continue ReadingDubartoonni Gamtaa Afrikaa ijaarsa nageeyaa irratti xiyyeeffannaan hojjechuuf -Mahaammad Alii Yuusuf