Kaffaltoonni Gibiraa idaan taaksii birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 49 irra jiru biyyaa akka hin baane ajaja dabarse

AMN - Bitootessa 10/2017 Biiroon Galiiwwan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kaffaltoonni Gibiraa idaan taaksii birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 49 irra jiru 8 biyyaa akka hin baane ajaja dhorkaa dabarsuu beeksiseera.…

Continue ReadingKaffaltoonni Gibiraa idaan taaksii birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 49 irra jiru biyyaa akka hin baane ajaja dabarse

Magaalaan Finfinnee Sagantaa Saftineetittin lammilee ishee fayyadamoo taasisuun Magalaa Fakkeenya Ta’aa Jirtu dha. Obbo Jaanxiraar Abbaay.

Mata dureeHirkatummaarra gara Omishtummaatti wabii nyaataa mirkaneessuun badhaadhinaa hunda galeessaaf jedhuun Sagantaa Seeftinetitiin lammilee kuma 154fi 923 fayyaadamoo taasisuu danda'uu eegalameera. Saganticharratti Kaantibaa itti aanaa Magaalaa Finfinnee Obbo Jaanxiraar Abbaayfi…

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee Sagantaa Saftineetittin lammilee ishee fayyadamoo taasisuun Magalaa Fakkeenya Ta’aa Jirtu dha. Obbo Jaanxiraar Abbaay.

Hojii nageenyaa qindoominaan Magaalaa Shaggariifi Finfinneen hojjetamaa jiruun hangi yakkaa yeroo gara yerootti hir’achaa dhufeera -Aadde Liidiyaa Girmaa

AMN PLUS- Bitooteessa 06/2017 Hojii nageenyaa qindoominaan Magaalaa Shaggarii fi Finfinneen hojjetamaa jiruun hangi yakkaa yeroo gara yerootti hir'achaa ghufeera Hoggantuun Biiroo Nageenyaafi Tasgabbii Magaalaa Finfinnee Aadde Liidiyaa Girmaa himaniiru.…

Continue ReadingHojii nageenyaa qindoominaan Magaalaa Shaggariifi Finfinneen hojjetamaa jiruun hangi yakkaa yeroo gara yerootti hir’achaa dhufeera -Aadde Liidiyaa Girmaa

Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa si’ataa fi dhaqqabamaa ta’e magaalicha keessatti kennuuf dambii to’annaa fi tajaajila tarminaalaa bahe irratti qooda fudhattoota waliin mari’achaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 5/2017 Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa si'ataa fi dhaqqabamaa ta'e magaalicha keessatti kennuuf dambii to'annaafi tajaajila tarminaalaa bahe irratti qooda fudhattoota waliin mari'achaa akka jiru beekameera. Tajaajila…

Continue ReadingBulchiinsi Magaalaa Finfinnee tajaajila geejjibaa si’ataa fi dhaqqabamaa ta’e magaalicha keessatti kennuuf dambii to’annaa fi tajaajila tarminaalaa bahe irratti qooda fudhattoota waliin mari’achaa jira

Buufataalee raabsii boba’aa ugguran irratti tarkaanfii seeraa nan fudhadha- Biiricha

AMN PLUS- Bitootessa 4/2017 Buufataalee raabsii boba’aa ugguran irratti tarkaanfii seeraa akka fudhatu Biiroon Daldala Bulchiinsa Magalaalaa Finfinee beeksiseera. Magaalatitti hanqinni dhiyeesa boba’aa akka huinjirre kan ibsan Itti Gaafatamtuun Biircha…

Continue ReadingBuufataalee raabsii boba’aa ugguran irratti tarkaanfii seeraa nan fudhadha- Biiricha

Eegalamuu ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa waggaa 14ffaa sababeeffachuun sosochiin galii walitti qabuu Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

AMN PLUS- Bitootessa 4 /2017 Eegalamuu ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa waggaa 14ffaa sababeeffachuun,Qooda fudhattoota garaagaraa waliin waltajjiin sosochii galii walitti qabuu akka Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Wajjirri Hidha Haaromsaa…

Continue ReadingEegalamuu ijaarsa Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa waggaa 14ffaa sababeeffachuun sosochiin galii walitti qabuu Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira

Magaalaan Finfinnee dhaloota egeree boruu biyya kanaa murteessaan qulqullinaafi baay’inaan horachuuf barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kennitee hojjechaa – Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee

AMN PLUS- Bitootessa 3/2017 Magaalaan Finfinnee dhaloota egeree boruu biyya kanaa murteessaan qulqullinaafi baay'inaan horachuuf barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kennitee hojjechaa akka jirtu Hogganaan Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee ZalAlam Mulaatuu (Dr.)…

Continue ReadingMagaalaan Finfinnee dhaloota egeree boruu biyya kanaa murteessaan qulqullinaafi baay’inaan horachuuf barnootaaf xiyyeeffannoo guddaa kennitee hojjechaa – Biiroo Barnootaa Magaalaa Finfinnee

Barattoota Kuma 800 ol Guyyaatti yeroo lama sooruun danda’ameera- Ejensii Nyàataa

AMN PLUS- Bitootessa 02/2017 Barattoota Kuma 800 ol Guyyaatti yeroo lama sooruun danda'amuu Ejensii Nyàataa Magaalaa Finfinnee beeksiseera. Ejensiin Nyaataa Magaalaa Finfinnee Hojii waggoottan jahan darban hojjechaa ture irratti qaamoolee…

Continue ReadingBarattoota Kuma 800 ol Guyyaatti yeroo lama sooruun danda’ameera- Ejensii Nyàataa

Guraandhala 29 Hanga 30tti Sagantaan Kadhannaafi Qalbii Jijjiirrannaa Addabaabaayii Masqalaatti Akka Gaggeeffamu Manni Maree Waldaa Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa Beeksise.

Sagantaa Kana Sababeeffachuun Barreessaan Mana Maree Waldaa Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa Lubni Darajjee Jambaruufi Lubni Waldaa Lallaba Wangeelaa Biilii Giraam Firankiliin Giraam Waliin Ta’uun Ibsa Miidiyaaledhaaf Kennanii Jiru. Itoophiyaan Biyya Kennaa…

Continue ReadingGuraandhala 29 Hanga 30tti Sagantaan Kadhannaafi Qalbii Jijjiirrannaa Addabaabaayii Masqalaatti Akka Gaggeeffamu Manni Maree Waldaa Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa Beeksise.