Guyyaa Sabootaafi Sablammootaa 19ffaa sababeeffachuun dorgommiin gaaffiif deebii geggeeffamaa jira
AMN - Sadaasa 17/ 2017 Biiroon Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee guyyaa Saboota, Sablammootaafi Uummattoota Itoophiyaa 19ffaa sababeeffachuun dorgommii gaaffiif deebii barattoota manneen Barnoota magaalichaa gidduutti qopheesse gaggeeffamaa jira. Dorgommichi barattoota…