Shira xaxame qaxxaamuruun hidha haaromsaa cichoominaan milkeessineerra- Obbo Awwaluu Abdii
AMN PLUS-Fulbaana 7/2018 Eebbifamuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa hordofuun ummanni Magaalaa Asallaa hiriiraan gammachuu isaanii ibsataa jiran irratti kan argaman Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdii Itoophiyaan…