Kaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

AMN PLUS - Hagayya 09/2017 Kaabineen magaalaa Finfinnee walgahii Idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa taa'een ajandaalee garagaraa 4 irratti mari'achuun murtoowwan dabarse. Haaluma kanaan :- 1ffaa Qorannoo Hojiirra oolmaa bal'ina…

Continue ReadingKaabineen magaalaa Finfinnee ajandaalee garagaraa irratti mari’achuun murtoo dabarse

Paartileen siyaasaa waloon hojjechuuf waliigaltee irra ga’an – Biqilaa Hurrisaa (Dr.)

‎AMN PLUS-Hagayya 9/2017 ‎Yaa’ii Paartilee Siyaasaa Afrikaa 12ffaan jijjiirama ardaawaa, fayyadamummaa lammiilee fi ijaarsa mootummaa biyyaalessaaf waloon hojjechuuf waliigaltee irra akka ga’ame Ittigaafatamaan Damee Hariiroo Uummataa fi Idil Addunyaa Paartii…

Continue ReadingPaartileen siyaasaa waloon hojjechuuf waliigaltee irra ga’an – Biqilaa Hurrisaa (Dr.)

Dhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa waldhaanuun biyya tokkummaa qabdu ijaaruun dhimma murteessaa ta’u hayyoonni himan.

‎AMN PLUS- Hagayya 9/2017 ‎Dhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa waldhaanuun biyya tokkummaa qabdufi sab-daneetti ijaaruun dhimma murteessaa ta'u hayyoonni himan ‎Mariin Gumii Balal marsaan 44ffaan mata duree "Dhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa…

Continue ReadingDhibdeewwan Siyaasaa Itoophiyaa kaleessaa waldhaanuun biyya tokkummaa qabdu ijaaruun dhimma murteessaa ta’u hayyoonni himan.

Oromiyaatti humnoota daandii badiisaa filatanirratti tarkaanfiin fudhatamu itti fufa- Komishinara Jeneraal Araarsaa Mardaasaa

‎AMN PLUS - Hagayya 08/2017 ‎Naannoo Oromiyaa keessatti humnoota daandii badiisaa filatanirratti tarkaanfiin fudhatamu cimee akka itti fufu Biiroon Nagaafi Tasgabbii Naannichaa beeksiseera. ‎Hoogganaan Biirichaa Komishinara Jeneraal Araarsaa Mardaasaa waggoota…

Continue ReadingOromiyaatti humnoota daandii badiisaa filatanirratti tarkaanfiin fudhatamu itti fufa- Komishinara Jeneraal Araarsaa Mardaasaa

Yaa’iin Paartilee Siyaasaa Afriikaa, Gaanaa Akiraatti adeemsifamaa jira.

‎AMN PLUS - Hagayya 06/2017 ‎Gaanaatti yaa'iin 12ffaan paartilee siyaasaa Afriikaa adeemsifamaa jira. ‎Pireezidaantiin Itti Aanaa fi Itti Gaafatamaan Olaanaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Adam Faaraah fi Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo…

Continue ReadingYaa’iin Paartilee Siyaasaa Afriikaa, Gaanaa Akiraatti adeemsifamaa jira.

Dubartoota gara hooggansa sadarkaa olaanootti fiduun muuxannoo babal’achuu qabuudha jedhame.

‎AMN PLUS- Hagayya 06/2017 ‎Dubartoota gara sadarkaa hooggansa olaanootti fiduun muuxannoo gaarii babal'achuu qabudha jedhan, Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Itti Gaafatamtuun Damee Hooggansa Siyaasaafi Hirmaannaa Dubartootaa Aadde Dasseet Abbabaa. ‎Itti Gaafatamtuun…

Continue ReadingDubartoota gara hooggansa sadarkaa olaanootti fiduun muuxannoo babal’achuu qabuudha jedhame.

‎Koreen Qindeessituu Kabaja Guyyaa Saboota, Sab-lammootaafi Ummattoota Itoophiyaa bakka Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaw Tashaagar Argamanitti mari’ate

‎ ‎AMN PLUS- Hagayya 05/2017 ‎Koreen Qindeessituu Guyyaa Saboota, Sablammootaa fi Ummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa bakka Af-yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaw Tashaagar Argamanitti karoora ijoo ayyaanichaa irratti mari'ate. ‎Karoorri ijoofi…

Continue Reading‎Koreen Qindeessituu Kabaja Guyyaa Saboota, Sab-lammootaafi Ummattoota Itoophiyaa bakka Af-yaa’iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyaw Tashaagar Argamanitti mari’ate

Nageenya Waaraa mirkaneessuuf milkaa’inaan hojjetamaa akka jiru Ministirri Nageenyaa Mahaammad Idiris ibsan.

‎AMN PLUS- Hagayya 3/2017 ‎Nageenya Waaraa fiduuf milkaa'inaan hojjetamaa akka jiru Ministirri Nageenyaa Mahaammad Idiris himaniiru. ‎Ministirichi Naannolee hunda fi bulchiinsa magaalota lamaanuu irraa hooggantoota qaamolee nageenyaa walitti dhufan waliin…

Continue ReadingNageenya Waaraa mirkaneessuuf milkaa’inaan hojjetamaa akka jiru Ministirri Nageenyaa Mahaammad Idiris ibsan.

Dhaabbileen amantaa nagaa waaraa fiduuf gumaacha akka qaban Manni Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa ibse.

‎AMN PLUS- Adoolessa 28/2017 ‎Yaa'iin Nagaa Mana Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa mata duree ''Amantaaleen Nagaa, Tokkummaa fi Obbolummaa'' jedhuun magaalaa Hararitti gaggeeffamaa jira. ‎Barreessaan olaanaa Mana Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa…

Continue ReadingDhaabbileen amantaa nagaa waaraa fiduuf gumaacha akka qaban Manni Maree Dhaabbilee Amantaa Itoophiyaa ibse.