Ulaa galaanaarraa faayidaa dhabnus balaan isaa nu hin hanqatu – Caalchisaa Amantee (PhD)

‎AMN PLUS - Sadaasa 02/2018 Baroota Ulaa Galaanaa dhabnetti Itoophiyaan faayidaa Qarqara Galaanaa dhabdus balaan isaa garuu nu hin hanqatu jedhan Yunivarsiitii Paabilik Sarvisii Itoophiyaatti Barsiisaafi Qorataan Biizinasiifi Tarsiimoo Caalchisaa…

Continue ReadingUlaa galaanaarraa faayidaa dhabnus balaan isaa nu hin hanqatu – Caalchisaa Amantee (PhD)

Kaayyoon Mootummaa Ida’amuu badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuudha- Dr. Ergooggee

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 29/2018 ‎Mootummaan Ida’amuu dameewwan diinagdee danuu tarkaanfachiisuun badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuuf kaayyoo qabatee hojjetaa jiraachuu Ministirri Dhimma Dubartootaa, Daa’immaniifi Hawaasummaa Ergoogee Tasfaahee (PhD) ibsan. ‎Kaayyoon leenjii hoggansaa Magaalaa…

Continue ReadingKaayyoon Mootummaa Ida’amuu badhaadhina Itoophiyaa dhugoomsuudha- Dr. Ergooggee

Ulaan galaanaa koo miti jedhee namni yaadu waan jiru natti hin fakkaatu- Tashoomaa Duulaa (PhD)

‎AMN Plus- Onkoloolessa 27/2018 ‎Oomoshtummaafi oomishni hanga fedhe yoo jiraate lafee dugdaa ta'ee biyyatti ceesisuun addunyaarratti daldalaan kan beeksisu ulaa galaanaa akka ta'e Hayyuun Saayinsii Diinagdee Tashoomaa Duulaa (PhD) ibsan.…

Continue ReadingUlaan galaanaa koo miti jedhee namni yaadu waan jiru natti hin fakkaatu- Tashoomaa Duulaa (PhD)

Itoophiyaatti aangoon karaa nagaa qofaan qabatama – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS-Onkoloolessa 18/2018 ‎Itoophiyaatti ce'umsa aangoo karaa nagaa qofaatu barbaachisa jechuun Ministirri Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) ibsaniiru. ‎Dhimma nageenyaa irratti miseensotni Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa kaasaniif deebii kennaa…

Continue ReadingItoophiyaatti aangoon karaa nagaa qofaan qabatama – MM Abiyyi Ahimad (PhD)

MM Abiyyi Ahimad (PhD) boru gaaffilee Miseensota Mana Maree irraa dhiyaatuuf deebiifi ibsa ni kennu

AMN Plus - Onkoloolessa 17/2018 Ministirii Muummee FDRI Abiyyi Ahimad (PhD) guyyaa boruu gaaffiilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataarraa ka’aniif deebiifi ibsa ni kennu. Manni Marichaa guyyaa boruu ganama…

Continue ReadingMM Abiyyi Ahimad (PhD) boru gaaffilee Miseensota Mana Maree irraa dhiyaatuuf deebiifi ibsa ni kennu

Hoggantoota kuma 8 ol irratti tarkaanfiin naamuusaa fudhatameera – Obbo Adam Faaraah

AMN- Onkololeessa 15/2018 Pirezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaa fi Hogganaan Waajjira Paartichaa Obbo Adam Faaraah hoggantoota itti gaafatamummaa isaanii sirnaan hin bahanne kuma 8 fi 613 irratti tarkaanfiin naamuusaa fudhatamuu…

Continue ReadingHoggantoota kuma 8 ol irratti tarkaanfiin naamuusaa fudhatameera – Obbo Adam Faaraah

Ulaa Galaanaa dhabne deebifachuun dirqama dhaloota har’ati- Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa

AMN Plus – Onkoloolessa 15/2018 Itoophiyaan aarsaa Raayyaan Ittisa Biyyaa fi lammiileen ishee kaffalaniin diigumsaafi bittannaa'uurra baraaramtee birmadummaan as geesse jedhan Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Itoophiyaa Fiild Maarshaal Biraanuu…

Continue ReadingUlaa Galaanaa dhabne deebifachuun dirqama dhaloota har’ati- Fiild Maarshaal Biraanuu Juullaa