Manni Marichaa Dambii Hundeeffama Komishiniii Anniisaa Niwukilaraa raggaasise

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 4/2018 ‎Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 49ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraa 3 irratti mari’achuun murtoo dabarseera. Murtoowwan kunneenis; ‎1. Jalqaba irratti Manni Marichaa kan mari'ate Dambii Hundeeffama…

Continue ReadingManni Marichaa Dambii Hundeeffama Komishiniii Anniisaa Niwukilaraa raggaasise

Galaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)

‎AMN PLUS - Onkoloolessa 04/2018 ‎Itoophiyaan biyya galaana lama gidduu jirtu taatee ulaa galaana argachuun ni malaaf jechuun Pirezidaantii Yunivarsitii Naannoo Oromiyaa Garramuu Hulluuqaa (Dr) dubbatan. ‎Dooktar Garramuun turtii AMN…

Continue ReadingGalaana Diimaa Gaalatu bishaan itti dhugaa, Itoophiyaan garuu diinagdee isheetiif barbaaddi- Garramuu Hulluuqaa (Dr)

Qabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 02/2018 ‎Jireenya qonnaan bulaa jijjiiruuf misoomni koriidarii baadiyyaa murteessaa ta'uu Ministirri Muummee Abiy Ahimad (Dr) dubbatan. ‎Daawwannaa hojii naannoo Giddugaleessa Itoophiyaatti kan taasisan Ministirri Muummee, jijjiirami magaalaa…

Continue ReadingQabeenyis beekumsis numa bira ture, amma hojjechuu eegalleerra- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Tattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamu keessatti qormaatni guddaan ilaalchadha- Obbo Geetaachoo Raddaa

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Adeemsa biyya jijjiiruuf taasifamu keessatti qormaatni mudatu inni guddaan rakkoo ilaalchaa ta'uu Gorsaan Ministira Muummee Dhimmoota Baha Afrikaa Obbo Geetaachoo Raddaa ibsan. Dooktar Abiyyi ‎Misooma kooriidarii…

Continue ReadingTattaaffii biyya jijjiiruuf taasifamu keessatti qormaatni guddaan ilaalchadha- Obbo Geetaachoo Raddaa

“‎Hin dandeenyu jedhu, hojjatamee yoo arginus hin amanan”- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

‎AMN PLUS- Onkoloolessa 01/2018 ‎Koriidarii Baadiyyaa Godinoota Kambaataa, Hadiyyaa Silxeefi Halaabaatti hojjatame ilaalchisee Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad hoggantoota waliin marii gabaabaa taasisaniiru. Maricharrattis nuti Itoophiyaanonni "Hin dandeenyu jenna, hojjatamee yoo…

Continue Reading“‎Hin dandeenyu jedhu, hojjatamee yoo arginus hin amanan”- MM Abiyyi Ahimad (PhD)

Cabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba- Obbo Xilaahun Fiqaaduu

AMN Plus – Onkoloolessa 01/2018 Biiroon Barnootaa Magaalaa Finfinnee Yaad-Rimee kitaabaa Mootummaa Ida'amuu irratti Hayyoota, hooggantoota damee barnootaafi barsiisota magaalichaa waliin marii paanaalii gaggeessaa jira. Mariii kana kan saaqan gorsaan…

Continue ReadingCabiinsa siyaasaafi diinagdee kaleessaa wal’aanuuf dhaloonni yaadaan idaa’amuu qaba- Obbo Xilaahun Fiqaaduu

‎Gaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaa ajandaa addunyaa ta’eera- Ogeessa Seeraa

‎AMN Plus - Fulbaana 29/2018 ‎Gaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaa sirriifi fudhatama kan qabu waan ta'eef sadarkaa idil-addunyaatti ijoo dubbii akka ta'e ogeessi Seeraa Obbo Maaruu Abdii ibsan. ‎Itoophiyaan ulaa galaanaa…

Continue Reading‎Gaaffiin ulaa galaanaa Itoophiyaa ajandaa addunyaa ta’eera- Ogeessa Seeraa

Af-yaa’ii Buzeenaa Alkadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabaafi Sablammootaa ilaalchisee koree Qindeessituu waliin mari’atan

AMN Plus- Fulbaana 27/2018 Af-yaa’iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Aadde Buzeenaa Al-kadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Itoophiyaa ilaalchisee dhaabbilee miseensa koree Qindeessituu fi af-yaa’iwwan kutaalee magaalaa waliin…

Continue ReadingAf-yaa’ii Buzeenaa Alkadir Kabaja Guyyaa Ayyaana Sabaafi Sablammootaa ilaalchisee koree Qindeessituu waliin mari’atan

Manni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee isaa jalqabaa adeemsisaa jira

‎AMN PLUS- Fulbaana 27/2018 ‎Manni Maree Federeeshinii yaa'ii idilee 1ffaa bara hojii 5ffaa, bara Paarlaamaa 6ffaa, ajandaawwan irratti mari'atu raggaasisuun jalqabeera. ‎Manni Marichaa qaboowwan yaa'ii bara Paarlaamaa 6ffaa, bara hojii…

Continue ReadingManni Maree Federeeshinii yaa’ii idilee isaa jalqabaa adeemsisaa jira

‎Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee

‎AMN PLUS- Fulbaana 26/2018 ‎Mootummaan Filannoo Biyyaalessaa Marsaa 7ffaa milkaa'inaan akka xumuramuuf akka hojjatu Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsqasillaasee ibsan. ‎Sirna baniinsa Mana Maree Federeeshinii fi Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa…

Continue Reading‎Mootummaan filannoon marsaa 7ffaa akka milkaa’u ni hojjata- Pir. Taayyee Atsqasillaasee