Umrii isaanii waggaa 12tti badanii Raayyaa Waraanaatti makaman!
Eeruu Qophii Siinqee, AMN FM96.3 Umrii ijoolummaatti bara 1983 akkuma mootummaan Dargii kufeen Rayyaa Waraanaa foddaa teleevijiiniin ilaalaa, miirri jaalala biyyaa fi biyyaaf aarsaa kafalu sammuu isaanii keessatti kan bocame.…